Acts 23:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dargaggeessille, “Yihudooti akka waan marroo Phawuloosii caalchisanee qorqoranuu fakkaatanee, akka ati boru gara kora mura'aa isa isaaniif dhikeessitu, si gaafatiisaaf wolii galaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Yahudiini ya wold'ate ammalle si kad'achu feeti, aka atini bori Paulo gara kora geesitu, aka isiini waan kora keesati dubbi isaa d'agayu feetu ufi tolchitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, “Yihudiin ya akka ati borii Phaaulos koraatti fideefii dubbii isaa akka dansaa kora keessatti qoraan si gaafachuuf wal mari'aattee walii galte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Yihuudonni waan Phaawuloosii haga duraanii irra jabeessitee akka waan qoratuu fakkaattee boru gara yaa'ii murti'ii akka baaftu si kadhachu'uuf wolii galaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Yihuudonni, waan Phaawuloosii haga duraanii irra jabeessitee akka waan qoratuu fakkaattee, boru gara yaa'ii murti'ii akka baaftu, si kadhachu'uuf wolii galaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mucaan'llee akkana ni jedhe, «Yihudonni waayee Phaawulosii ciminnaan ka qoratan fakkaatanii, boru gara yaa'ii akka isaanii dhiyeesituuf, si gaafachuuf woliigalanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggeessille, «Yihudooti akka waan marroo Phawuloosii caalchisanee qorqoranuu fakkaatanee, akka ati boru gara kora mura'aa isa isaaniif dhikeessitu, si gaafatiisaaf wolii galaneeran.