Acts 23:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan maaf akka isa himataaranu beekisaaf barbaadee, gara kora mura'aa ka isaanii isa geesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isa himataniifi beekhu feenaani, fulla jaarole koraa isa geese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan isa himataniif beeku feenaan, fulaa jaarrolee koraa isa geesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa himatameef beekuu yaadee gara yaa'ii murti'ii baaseen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa himatameef beekuu yaadee, gara yaa'ii murti'ii baaseen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee maaliin akka isa himatan beekuuf barbaadee, gara yaa'ii isaanii dhiyeesseenii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan maaf akka isa himataaranu beekiisaaf barbaadee, gara kora mura'aa ka isaanii isa geesse.