Acts 23:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Himatam isaa marroo seera isaaniituma malee, yakkaa du'aan yookiin hidha'aan isa geettu, akka inni hin qanne qorqoree hubadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka worri waan seera ufitiifi isa himatani arge, ammo waan isa ijeesu malaniifi yokhaani waan isa hid'u malaniifi tokole ingarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka warrii waan seera ufitiif isa himate argee, malee waan isa ijjeessuu malaniif yokaan waan isa hidhuu malaniif tokkoollee hingarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan seera isaanii mormeef akka isa himatan arge malee waan ajjeechaa yookaan hidha'aaf isa geessuu miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan seera isaanii mormeef akka isa himatan arge malee, waan ajjeechaa yookiin hidha'aaf isa geessuu miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isa himatan'llee waayee seera isaanii laaluun ta'uu isaa hubadhe jira, garuu du'aa fi yookiin hidha'aan wonitti isa gayu woyiituu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Himatam isaa marroo seera isaaniituma malee, yakkaa du'aan yookiin hidha'aan isa geettu, akka inni hin qanne qorqoree hubadheera.