Acts 23:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti namicha kana ijjeesiisaaf mala akka dhowane, yennaa anatti himame, yoosuma gara keeti erge. Worri isa himatulle, himata isa irraa qabu akka si duratti dhikeeffatu itti himeera” jedhu barreesseef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Yahudiini nama kana eegu jirtu nati himnaani anini maro tokotu gara kanke isa erge. Worra isa himatule ya iti hime, aka si durati wolhimatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Yihudiin nama kana eeguu jirtu natti himnaan anin yoma tokkon gara kankee isa ergee, warra isa himatuullee, akka si duratti walhimatan itti hime.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama kana Yihuudonni akka itti muratan hennaa natti himan, yoma san gara kee erge himattootallee ammo afoo keetitti akka himatan ajajeera» nagayaan taa'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama kana Yihuudonni akka itti muratan hennaa natti himan yoma san gara kee erge himatootallee ammoo afoo keetitti akka himatan ajajeera» nagayaan taa'i.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama kana ajjeesu'uuf mariin akka taasfame yeroo dhagaye bakkumatti gara kee ni ergeen, himattoonni'llee isa irratti himannaa qaban, si duranatti akka dhiyeessan isaanitti himee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti namicha kana ijjeesiisaaf mala akka dhowane, yennaa natti himame, yoosuma gara keeti erge. Worri isa himatulle, himata isa irraa qabu akka si duratti dhikeeffatu itti himeera» jedhu barreesseef.