Acts 23:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Boruyyaa loltooti worri miilaa gara addee quttii loltootaa deebi'e; worri fardo'oo Phawuloos woliin deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya askartiini miilaani yaatu worrati dachaate, ammo askartiini fardo yaabattu dabarte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Boriyyaa warrii waraanaa ka miilaan yaa'uu fulaa dawoo (mishigi) isaniitti dacha'ee, warrii fardoo ammoo Phaawulos waliin dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bariisaa akka worri fardaa isa woliin deemu godhanii isaan gara gandaa deebi'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bariisaa worri fardaa akka isa woliin deemu godhanii isaan gara gandaa deebi'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa itti aanutti'llee worri farddo'oo Phaawulosiin woliin adeemissa isaanii akka itti fufan taasisanii, isaan gara mooraa woraanaa ni deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa loltooti worri miilaa gara addee quttii loltootaa deebi'e; worri fardo'oo Phawuloos woliin deeme.