Acts 23:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri fardo'oo Qisaariiyaa yennaa geyane, xalayaa bulchaa biyyaatitti dhikeessanee, Phawuloosille isatti dabarsanee kennane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kaisaria d'umnaani tatabe jaallabati kennani Paulole isa dura geesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qiisaariyaa dhumnaan ergaa jaallabdichaatti kennan; Phaawulosiillee isa dura dhaabachiisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee gara Qisaariya'aa seenanii xalayaa bulchaa biyyaatitti kennanii, Phaawuloosiin afoo isaa dhaabsisaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee gara Qisaariya'aa seenanii xalayaa bulchaa biyyatitti kennanii, Phaawuloosiin afoo isaa dhaabsisaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worri farddoo gara Qiisaariyaa yeroo gayanitti, xalayaa bulichaa biyyaa titti kennaaniiti, Phaawulosiin isa duranatti ni dhiyeessaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri fardo'oo Qiisaariyaa yennaa geyane, xalayaa bulchaa biyyaatitti dhikeessanee, Phawuloosille isatti dabarsanee kennane.