Acts 23:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bulchaan biyyaa sun xalayaa dubbisee, Phawuloos nama biyya kamii akka te'e gaafate. Inni nama biyya Qiliiqiya'aa akka te'e yennaa beeke,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaallabi kaani tatabe soomnaani, Namichi kunini nama lafa tami? jed'e gaafate. Aka inni nama Kilikia d'ageennaani
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallabdichii kaan waraqata ergaa kaan dubbisee, “Namichii kunin nama lafa tami?” jedhe gaafate. Akka innii nama Qiliiqiyaa dhageennaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga dubbiseen maayii godina kamiin keessaa akka ta'e gaafateen; nama Kiliqiya'aa ta'uu isaa haga beeke,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga dubbiseen maayii godina kamiin keessaa akka ta'e gaafateen; nama kiliqiya'aa ta'uu isaa haga beeke,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulichaan biyyaa'llee xalayaa eega dubbiseen duubatti Phaawulosiin, «Ati konyaa biyya kamiitii?» jechuun ni gaafateen, nama biyya Kiliiqiya'aa ta'uu yeroo beeketti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan biyyaa sun xalayaa dubbisee, Phawuloos nama biyya kamii akka te'e gaafate. Inni nama biyya Qiliiqiya'aa akka te'e yennaa beeke,