Acts 23:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Worri si himate yennaa as geye ani dubbii teeti hin ilaala” jedhe. Achiin duuba akka Phawuloos mana mootummaa Heroodisii keessatti eegamu ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan isaani jed'e, Yo jari si himatu d'ufu, dubbi tante ilaala. Jennaani mana hayyu Herode keesati isa qorqorad'a jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo jarii si himatuu dhufe, dubbii tantee laala” jedhee, akka mana hayyuu Herodis keessatti isa qorqoratan ajaje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri si himatan yoo dhufan hennaa san si dhagaya» jedhee dallawa Heroodisii keessatti akka isa eegan godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Worri si himatan yoo dhufan hennaa san si dhagaya» jedhee, dallawa Heroodisii keessatti akka isa eegan godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Himattoonni kee yeroo dhufanitti dhimma kee ni laala» ni jedheen. Mana nugusa Heerodisii keessatti'llee, akka isa eegganiin ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri si himate yennaa as geye ani dubbii teeti hin ilaala» jedhe. Achiin duuba akka Phawuloos mana mootummaa Heroodisii keessatti eegamu ajaje.