Acts 24:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa shaniin duuba Anaaniyaasiin Hayyichi Guddaan, jaarsolee gari'ii fi beekaa seeraa ka Xerxilos jedhamu tokko woliin, gara Qisaariya'aa gad bu'e. Isaan Feeliksii bulchaa biyyaa dura dhikaatanee, himannaa Phawuloos irratti qabanu dhikeeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi guyya shani Ananiani, Qaallichi Guddaani, jaarole woliini d'ufe, nama Paulo himatu toko, ka Tertulo jed'ani woliini. Duuba waan Paulo himataniifi jaallabati hasaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa shaniin duuba Ananiiyaas Qaallichii guddaan, jaarrolee fi nama seera beeku tokko ka Xerxilos jedhan walin Phaawulos himachuu gara Qiisaariyaa dhufe. Duuba waan Phaawulos himataniif jaallabdichaatti haasa'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa shaniin maayii gadichi hayyichi Hannaaniyaan manguddootaa fi beekaa seeraa ka Xarxaluus jedhamu tokko woliin gad dhufee isaan waan Phaawuloosii bulchaa biyyaatitti iyyatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa shaniin maayii gadichi hayyichi Hannaaniyaan mangudooninii fi beekaa seeraa ka Xarxaluus jedhamu tokko woliin gad dhufee, isaan waan Phaawuloosii bulchaa biyyaatitti iyyatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa shaniin duubatti itti gaafatamaan qeesotaa Ananiiyaas jaarsotii tokko tokkoo fi bakka bu'aa Xerxilos jedhamuun woliin gara Qiisaariyaa ni dhaqe, isaan'llee gara bulichaa biyyaa gara Feeliksii dhiyaatanii, Phaawulosiin ni himatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa shaniin duuba Anaaniiyaasiin Hayyichi Guddaan, jaarsolee gari'ii fi beekaa seeraa ka Xerxilos jedhamu tokko woliin, gara Qiisaariya'aa gad bu'e. Isaan Feeliksii bulchaa biyyaa dura dhikaatanee, himannaa Phawuloos irratti qabanu dhikeeffatane.