Acts 24:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waaqonfatiisaaf gara Yerusaalemii haga ol bayee, guyyaa kudhanii lama akka hin caalin, atinuu mirkaneeffatuu dandeetta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yo biyya gaafatte ind'ageeta, guyya kud'ani lama ka dabre, anini Waaqa kad'achu Yerusalemu d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga anin Waaqaa kadhachuu Yerusaalem dhaqee, guyyaa kudhanii lammaa hincaalu, atuu yo biyya gaafatte hindhageeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sagadu'uuf gara Yerusaalemii haga baye guyyaa kudha lamaa akka ta'e atuu beekuu dandeetta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sagadu'uuf gara Yerusaalemii haga baye, guyyaa kudha lamaa akka ta'e atuu beekuu hin dandeetta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
sagaduuf gara Yerusaalemii eega deemee, guyyaa kudha lamaa akka hin caalle, ati mataan keetuu mirkaneessuuf ni danddeetta,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waaqonfatiisaaf gara Yerusaalemii haga ol bayee, guyyaa kudhanii lama akka hin caalin, atinuu mirkaneeffatuu dandeetta.