Acts 24:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Waaqaa fi nama duratti wodanaa dansaa akka qabaadhu yennaa maraa mixiixxadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini guyya ch'ufa Waaqafi nama duraleti aka wollaala male deemu ufi d'owa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin guyyaa cufa Waaqaa fi nama duraalleetti akka wallaala malee deemuu fi dhowwa.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo kanaaf Rabbii fi nama afo'otti hennaa maraa ka mudaa hin qabne, sammuu qulqullaayaa akka qabaadhuuf jabaadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu ani ammoo Rabbii fi nama afo'otti hennaa maraa ka mudaa hin qabne sammuu qulqullaayaa akka qabaadhuuf jabaadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqaa fi nama duratti'llee sammuu qulqulluu akka qabaadhuuf, yeroo mara ni hisadha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Waaqaa fi nama duratti wodanaa dansaa akka qabaadhu yennaa maraa mixiixxadha.