Acts 24:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani Yerusaalem keessaa bayee, woggaa heddu'uun duuba, beesee qarqaarsa kolbaa tiyyaaf geessiisaa fi woreega Waaqaaf kenniisaaf gara Yerusaalemii dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna heddu Yerusalemu iraa tae jennaani horifi sorio gosa tiyya baasu d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ganna hedduu Yerusaalem irraa taa'ee jennaan gosa tiyyaa horii kennuuf, sooriyoo Waaqaa baasuu dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa hedduun maayii banii kiyyaa kenna'aa fi ciincaa godhu'uuf dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woggaa hedduun maayii banii kiyyaa kenna'aa fi ciincaa godhu'uuf dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yerusaalemii eega bayanii woggaan baay'een eega dabrreen duubatti, qarshii gargaarssa namoota keennaaf ta'uu fi kennaa Waaqaaf kennamu qabadhee ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Yerusaalem keessaa bayee, woggaa heddu'uun duuba, beesee qarqaarsa kolbaa tiyyaaf geessiisaa fi woreega Waaqaaf kenniisaaf gara Yerusaalemii dhaqe.