Acts 24:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti gariin ka Asiya'aa dhufane ammoo, achi jiraniiyyu; isaan waan si irratti na himatanu adoo qabaatanee, amma si dura dhikaatanee na himatanuu ti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yahudiini lafa Asia achi jirti, worri si dura eje na himachu male, yo waan na himataniifi qabaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun ammoo Yihudiin lafa Asiyaa tokko achi jirti, warrii yo waan na himatuuf qabaatee si dura ejjaajjee na himachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Yihuudonni gariin waan na himataniin waan qabaniif Isiya'aa dhufaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Yihuudonni gariin waan na himataniin waan qabaniif Isiya'aa dhufaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudonni biyya Asiyatii dhufan garuu achi ni turan, isaan'llee ana irratti sababaa himannaa yoo qabaatan, si duranatti dhiyaatanii haa dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti gariin ka Asiya'aa dhufane ammoo, achi jiraniiyyu; isaan waan si irratti na himatanu adoo qabaatanee, amma si dura dhikaatanee na himatanuu ti;