Acts 24:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
yookiin yennaa ani kora mura'aa dura dhaabbadhe, waan ani yakke worri as jiru himuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani worri kunini ha wollaala anini gaafa gumi kora dura eje dubbad'e tolche himuti, waan tokoti
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yokaan gaafa gumii koraa dura ejjee dubbadhe, wallaalii narraatti argan yo jiraatee, warrii amma asi jiru kuniiyyuu ha himuutii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wodhakkaa isaanii dhaabadhee laagaa ol qabadhee, ‹Worri du'an hin ka'an› waan jedheef adha murtii yaa'i'ii afoo dhaabadhe;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wodhakkaa isaanii dhaabadhee, laagaa kiyya ol qabadhee, ‹Worri du'an hin ka'an› waan jedheef, adha murtii yaa'i'ii afoo dhaabadhe, waan hamaa tokko yoo na irratti arganiiran ta'e, mee isaan kunniin haa dubbatanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti yeroo yaa'itti dhiyaadhetti balleessaan ani raawwadhe yoo jiraate, namoonni asitti dhiyaatan kunniin haa dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yookiin yennaa ani kora mura'aa dura dhaabbadhe, waan ani yakke worri as jiru himuu ti.