Acts 24:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Woggaan lamaan duuba, Phorkii'os Fesxoos addee Feeliksii bulchaa te'e. Feeliksi Yihudoota gammachiisuu barbaadee, Phawuloos akkuma hidhametti lakkise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganna lama Porkio Festoni huji Feliki iraa fuud'e. Duuba Felikini aka Yahudi gammachiisu Paulo hid'aansa keesati lakise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ganna lamaan duubaatti Phorkii'os Fesxoos hujii Feeliks irraa fuudhe. Duuba Feeliks akka Yihudii gammachiisu Phaawulos hidhaansa keessatti lakkise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa lamaan maayii Phorikiyoos Fisxoos bakka Filiksii bulchaa ta'e. Filiksi Yihuudota gammachiisu'uuf jedhee Phaawuloosiin hidhaa keessatti dhiise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woggaa lamaan maayii, Phorikiyoos Fisxoos bakka Filiksii bulchaa ta'e. Filiksillee Yihuudota gammachiisu'uuf jedhee, Phaawuloosiin hidhaa keessatti dhiise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woggaa lamaan duubatti Phorkii'os Fesxoos bakka Feeliksii ni bu'e, Feeliks'llee Yihudotaa gammachiisuuf barbaadee, Phaawulosiin akkuma hidhametti ni dhiiseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaan lamaan duuba, Phorkii'os Fesxoos addee Feeliksii bulchaa te'e. Feeliksi Yihudoota gammachiisuu barbaadee, Phawuloos akkuma hidhametti lakkise.