Acts 24:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti waan kana yennaa mara, addee maratti galata gudda'aan fudhanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nu guyya ch'ufa fulla ch'ufati waan nu waan kana arganneefi galata sii deebimna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nu guyyaa cufa fulaa cufaatti waan waan kana arganneef galata sii deebimna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kabajjamaa Filiksi! waan karaa keetiin nagaya guddaa argannuuf, banii kanaafillee yaada keetii fi dubbii keetiin biyya maraaf bakka marattillee wonti mishaan waan ta'uuf galata guutu'uun fudhanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kabajjamaa Filiksi karaa keetiin nagaya guddaa waan argannuuf, banii kanaafillee yaada keetii fi dubbii keetiin biyya maraaf bakka marattillee wonti mishaan waan ta'uuf galata guutu'uun fudhanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka haalaan kabajamaa taate yaa Feeliks, gocha kee mishaa kana, bakka maraa fi yeroo bakka itti fudhannu marattuu, kabaja ol aanaa ta'een woliin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan kana yennaa mara, addee maratti galata gudda'aan fudhanna.