Acts 24:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
achiin duuba worri isa himatu gara keeti akka dhufanu ajaje.] Ati namicha kana yoo qorte, atinuu wonni nuuti himannu duudiin dhugaa akka teete hin mirkaneeffatta” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Lisiani seera baase, aka nami isa himatu si dura d'ufu. Yo atini namicha kana wo gaafate, dandeete waan nu isa himannu kana ch'ufa isa irati ingarta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegee ammoo warrii Phaaulos himatuu cuftii akka fuula kankee dura dhufu ajaje atuuyyuu ufuumaa qortee, waan nu namcha kana himanuu cufaa isa irraa dhaga'uu indandeetta” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isa himatanillee akka gara kee dhufan ajaje.] Atuu isa qorattee waan nu isa himannu maraa beekuu dandeetta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra isa himatanillee akka gara kee dhufan ajaje.] Atuu isa qorattee waan nu isa himannu maraa beekuu hin dandeetta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Himattoonni isaa'llee gara kee akka dhufaniif isaan ni ajaje,] himannaan isa irratti dhiyeesine kun marrinuu dhugaa ta'u isaa, ati mataan keetuu isa qorattee mirkaneesuu ni danddeetta.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
achiin duuba worri isa himatu gara keeti akka dhufanu ajaje.] Ati namicha kana yoo qorte, atinuu wonni nuuti himannu duudiin dhugaa akka teete hin mirkaneeffatta» jedhe.