Acts 24:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti, “Wonni kun duudiin dhuga'a” jedhanee himata dhikaate irratti wolii galane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini ch'ufti wold'ate, Himachaani tunini d'uga jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Yihudii cuftii walii galee, “Wantii kun akkuma innii amma dubbate kana” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonnillee ammo, «wonti kun akkasuma» jedhanii wolii galan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonnillee ammoo wonti kun akkasuma jedhanii wolii galan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudonni'llee, «Kun marrinuu dhuga'a» jedhaa himannaa isaa titti wolii ni gallan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti, «Wonni kun duudiin dhuga'a» jedhanee himata dhikaate irratti wolii galane.