Acts 25:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
ani yennaa gara Yerusaalemii dhaqe, moototi hayyootaatii fi jaarsoleen Yihudootaa isa himatanee, akka ani yakkaa isatti muru ana gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini Yerusalemu jiru, qaalole gugurdofi jaaroleeni Yahudi waan isaa nati himte aka isa dubbi qorani wollaala iti murani feete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa anin Yerusaalem jiruu, qaallolee gugurdoo fi jaarroleen Yihudii akka isa himattee wallaala itti muran waan isaa na gaafatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ani Yerusaalemiin jiru, bulchoota gadootaatii fi manguddoonni Yihuudotaa akka isatti murteessu kadhata'aa waan isaa natti himatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu ani Yeruusaleemiin jiru, bulchoota gadootaatii fi manguddoonni Yihuudotaa akka isatti murteessu kadhata'aa waan isaa natti himatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ani Yerusaalemiin yeroo turetti itti gaafatamoonni qeesotaatii fi jaarsotiin worra Yihudotaa waayee namicha kanaa gara kiyya eega iyyataniin duubatti, akka itti murtteessuuf ana ni gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani yennaa gara Yerusaalemii dhaqe, sooreyyiin hayyootaatii fi jaarsoleen Yihudootaa isa himatanee, akka ani yakkaa isatti muru na gaafatane.