Acts 25:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ammoo, ‘Nami himatame tokko worra isa himatu dura dhaabbatee, deebii falmataa adoo hin kennin dabarsanee kenniis, aadaa worra Rooma'aatii moti’ jedhee isaanitti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan anini worraani jed'e, aki ato nama himataniifi worra isa himatu wolti ind'ufiini wollaala namati murani aada Rumitini, aka inni qoomni waan himataniini suni ufi dubbatuni argattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo deebiseefii, ‘Akkii adoo nama himatanii fi warrii isa himatu walti dhufee, innii waan himatan sun hinfalmatin dabarsanii kennuun aadaa warra Roomaatiin’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, ‹Uduu himatamaan afoo himattootaa hin dhaabatin, waan itti himatameef deebii akka kennu carraa uduu hin argatin eennuunillee dabarsanii kennuun seera Rooma'aatii miti› jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee, ‹Himatamaan afoo himattootaa uduu hin dhaabatin, waan itti himatameef deebii akka kennu carraa uduu hin argatin eennuunillee dabarsanii kennuun seera Rooma'aatii miti› jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garuu, ‹himatamaan himatoota durana dhaabatee, dhimma ittiin himatameef deebii ittisa isaa uduu hin kenniin, himatamaa dabarssanii kennuun, seera worra Roomaatii miti› jedhee isaaniif ni deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo, ‹Nami himatame tokko worra isa himatu dura dhaabbatee, deebii falmataa adoo hin kennin dabarsanee kenniis, aadaa worra Rooma'aatii moti› jedhee isaanitti hime.