Acts 25:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri isa himate wolitti qabamee yennaa as dhufe, ani adoo hin turin, boruyyaa barcumaa kora mura'aa irra tee'ee, akka Phawuloos ana duratti dhikeessanu ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi eegi worri armati wolwoldae, anini diqole inture, ammo boriyya barch'uma kora ira tae, Nama suni natiini koota jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii arma waliin dhumnaan, anin diqqumaallee hinturee, boriyyaa barcumaa murtii irra taa'ee, nama sun nattiin koottaa” jedhee ajaje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf hennaa asitti wol gayan ani uduu hin turin gaafa lamu'uu dhaddacha murte'ee irra taa'ee akka nama san fidan ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf hennaa asitti wol gayan ani uduu hin turiin gaafa lamu'uu dhaddacha murtee irra taa'ee akka nama san fidan ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf himattoonni wolitti qabamanii garana yeroo dhufanitti, uduu hin turn barcumaa murtii irra ta'eeti, Phaawulosiin ana duranatti akka dhiyeessaniin ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isa himate wolitti qabamee yennaa as dhufe, ani adoo hin turin, boruyyaa barcumaa kora mura'aa irra tee'ee, akka Phawuloos na duratti dhikeessanu ajaje.