Acts 25:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos ammoo, dubbii tana Mootii Mootota Roma'aatitti iyyadha waan jedheef, ani haga achii isa ergutti, mana hidha'aa keessa akka inni turu ajaje” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Pauloni aka kora Kaisari eegatu kad'ate. Jennaani anini, Isa qorqorad'a, haga anini Kaisariti isa erguuti jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos ammoo, “Anin kora hayyuu Roomaa eegadha” jedhee gaafanaan anin, “Haga hayyuu Roomaatii isa erguutti isa inqorqoradha” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos ammo haga Awugisxoos Qeesaar murteessutti akka eeggatu ol iyyannoo hennaa inni jedhe haga gara Qeesaarii erguuf akka eeggatu ajajeen.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos ammoo Awugisxoos Qeesaar haga murteessutti akka eeggattu ol iyyannoo hennaa inni jedhe haga gara Qeesaarii erguuf akka eeggatu ajajeen.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu dhimmichi nugusa Roomaatiin akka naaf laalamuuf barbaadee, gara nugusaa naa haa galu jechuu isaatiin haga garana isa ergutti, mana hidhaa akka turu ni ajaje» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos ammoo, dubbii tana Mootii Mootota Rooma'aatitti iyyadha waan jedheef, ani haga achii isa ergutti, mana hidha'aa keessa akka inni turu ajaje» jedhe.