Acts 25:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee goottaa kiyyaaf barreessiisaaf, waan namicha kanaa waan mirkanaye hin qabu. Tanaaf isin duudii duraa fi keessattu si'i mooticha Agriiphaa duratti, isa qorqoreen duuba marroo isaa waan barreessu akka qabaadhu, isa asi fideera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini waan gara hayyu gudda t'aafu inqabu; tanaafi anini isani duraani d'ufe, keesuma si duraani, Ee hayyu Agripa, aka eegi nu isa qorre, anini sila waan t'aafu argad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo waan gara hayyuu guddaa barreessu hinqabu; tanaaf anin fuula keessan duraan, keessumatti ee Agriiphaa hayyichaa fuula kee duraan isa dhufe; akka eegii nu silaa isa qorree, anin waan barreessu argadhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaa gara gooftaa kiyya waan barreessu waan qabatamaa hin qabu. Kanaafuu haga qoratameen maayii waan barreessu akka argadhuuf afoo keessanitti mootii Agriiphaa'a! keessattuu afoo kee isa dhiyeesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaa gara gooftaa kiyya waan barreessu waan qabatamaa hin qabu. Kanaafuu haga qoratameen maayii waan barreessu akka argadhuuf, afoo keessanitti mootii Agriiphaa keessattuu afoo kee isa dhiyeesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee waayee isaa Gooftaa kiyyaaf ka barreessu waan mirkanaayee hin qabu, kanaaf eega qoratameen duubatti waan barreessu akka arggadhuuf jedhee isin duranatti, kana irra yaa nugusa Agriiphaa! Si duranatti dhiyeesseenii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee goottaa kiyyaaf barreessiisaaf, waan namicha kanaa waan mirkanaaye hin qabu. Tanaaf isin duudii duraa fi keessattuu si'i mooticha Agriiphaa duratti, isa qorqoreen duuba marroo isaa waan barreessu akka qabaadhu, isa asi fideera.