Acts 25:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sooressitooti teessan ana woliin gara Qiisaariya'aa dhaqanee, wonni Phawuloos yakkeeru yoo jiraatte, achitti isa himatanuu ti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani dandeetani, na woliini koota, aka nama kana himattani, yo inni hameenna tolche jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan yo dandeettan, yo innii hammeenna tolche; akka nama kana himattan, na waliin koottaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu yoo namni kun dhara qabaate isin keessaa worri baallii qaban ana woliin bu'anii haa himataniinii» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegsuu yoo namni kun dhara qabaate isin keessaa worri baallii qaban ana woliin bu'anii, haa himataniinii» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
namoonni keessan ka aangoo qaban ana woliin, gara Qiisaariyaa haa deeman, balleessaan Phaawulos raawwate'llee yoo jiraate, achitti haa himataniin» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooressitooti teessan na woliin gara Qiisaariya'aa dhaqanee, wonni Phawuloos yakkeeru yoo jiraatte, achitti isa himatanuu ti» jedhe.