Acts 26:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waanuma kana Yerusaalem keessatti godhe. Ajaja mootota hayyootaa irraa fudhadheen, kolbaa Waaqaa hedduu mana hidha'aatitti galcheera; yennaa isaan ijjeesanulle, worra ijjeesu woliin wolii galeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana Yerusalemu keesati tolche. Jabeenna Qaallicha Gudda ira argannaani, worra Waaqaa heddu hid'aansa keesa naqe; hojja duisa iti murani anileeni ee jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sunin waan anin Yerusaalem keessatti tolche. Jabeenna Qaallicha guddaa irra argannaan, warra Waaqaa hedduu mana hidhaatti naqe; yo du'a itti muraniillee anileen warra isatti mure sun waliin jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanallee akkasuma Yerusaalemitti godhe. Bulchoota gadootaa irraa baallii fudhadhee, ani namoota woyyuu heddu isaanii hiisisee hennaa ajjeesanillee worra ajjeesuun wolii gale.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanallee akkasuma Yerusaalemitti godhe. Bulchoota gadootaa irraa baallii fudhadhee, ani namoota woyyuu heddu isaanii hiisisee, hennaa ajjeesanillee, worra ajjeesuun wolii gale.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yerusaalemtti'llee ka raawwate kanuma ture, itti gaafatamoota qeesotaa irraa aangoo fudhadheen amanttoota keessaa baay'eewwan gara mana hidha'aa titti akka galan taasisee jira, isaan yoo ajjeesan'llee, ajjeefttota isaaniitiin wolii galee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waanuma kana Yerusaalem keessatti godhe. Ajaja sooreyyii hayyootaa irraa fudhadheen, kolbaa Waaqaa hedduu mana hidha'aatitti galcheera; yennaa isaan ijjeesanulle, worra ijjeesu woliin wolii galeera.