Acts 26:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Adoo tana irra jiruu baalli'ii fi ajaja mootota hayyootaa irraa fudhadhee, gara Damaasqo'oo dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi ato anini tatabe jaarole gugurdo harkati qabad'e Damaski deemu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Tanaaf adoo anin ergaa qaallolee gugurdoo harkaatti qabadhee Damaasqoo deemuu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan kanaaf bulchoota gadootaa irraa ajajaa fi baallii fudhadhee gara Damaasqo'oo uduu deema'aaru,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan kanaaf bulchoota gadootaa irraa ajajaa fi baallii fudhadhee gara Damaasqo'oo uduu deema'aaru,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waayema kanaaf itti gaafatamoota qeesotaa irraa, aangoo guutu'uu fi ajaja fudhadhee gara Damaasqoo ni deema ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Adoo tana irra jiruu baalli'ii fi ajaja sooreyyii hayyootaa irraa fudhadhee, gara Damaasqo'oo dhaqe.