Acts 26:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Anille, ‘Gootta'a, ati eennu?’ jedhee gaaffadhe. Goottaan deebisee, ‘Ani Yesuusii ati miidhiisatti jirtu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Aabbo, atini eennu kana? Aabbooni waan naani jed'e. Anini Yeso kauma atini gaargalchu jirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin, ‘Aabboo, atin eennuu kanaa?’ jedhee gaafadhe; Aabboon deebisee, ‘Anin Yesus ka atin gaargalchuu jirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, ‹Gooftaa kiyya! Ati eennu?› jedheen. Inni akkana naan jedhe, ‹Ani Yesuusii ati ariitu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee, ‹Gooftaa kiyya! Ati eennu?› jedheen. Innillee akkana naan jedhe, ‹Ani Yesuusii ati ariitu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee, yaa Gooftaa! Ati eennuu? ni jedhe, Gooftaan'llee akkana naan ni jedhe, ani ka ati ana ariitu Yesus.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille, ‹Gootta'a, ati eennu?› jedhee gaafadhe. Goottaan deebisee, ‹Ani Yesuusii ati miidhiisatti jirtu.