Acts 26:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo ka'iitii miila keetiin dhaabbadhu. Akka ati tajaajilaa kiyya teetu si filatiisaaf, waan kiyya ka adha dhaggitee fi ka ani sitti mudhisu'uu jiru, akka dhugaa baatu ani sitti mudhadhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo kai, olejad'u. Wonti anini siti mullad'eefi aka hojattu naa taate waan atini argite kanaafi ta anini hegeri siti himuni na d'ugeesitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammoo ka'ii, miila keetiin ol ejji! Wantii anin sitti mulladheef akka hojjattuu naa taatee waan argite kanaa fi ta anin hegerii sitti himuun na dhugeesitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'ii dhaabadhu; kanaafuu akka itti na argitee fi waan argite saniif tajaajila'aa fi raga bayaa akka taatu si muudu'uuf jedhee waan sitti mudhadheef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ka'ii dhaabadhu, kanaafuu akka itti na argitee fi waan argite saniif tajaajila'aaf raga bayaa akka taatu si muudu'uuf jedhee waan sitti mudhadheef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu ka'iitii miila keetiin dhaabadhu, ani ka sitti muldhadheef ija amma nana argiteenii fi ufi durana'llee waan ani sitti muldhisuun tajaajilaa fi ragaa akka naaf taatuuf, si muuduuf barbaadeeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo ka'iitii miila keetiin dhaabbadhu. Akka ati tajaajilaa kiyya teetu si filatiisaaf, waan kiyya ka adha dhaggitee fi ka ani sitti mudhisu'uu jiru, akka dhugaa baatu ani sitti mudhadhe.