Acts 26:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra ani itti si ergaaru kolbaa Israa'eliitii fi worra Yihudoota hin te'in irraa si fayyisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini harka biyyatiifi harka gosa d'ibi, ta anini ammatana iti si ergu, keesaa si baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin harka gosa Israa'eltii fi harka gosa dhibii, ta anin ammatana itti si erguulee, keessaa si baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiifamsa cubbu'uutiif anatti amanu'uun worra qulqullaayan jiddu'utti ristii akka argataniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhiifamsa cubbu'uutiif anatti amanu'uun worra qulqullaayan jiddu'utti ristii akka argataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata Israa'eeliitii fi gara isaa'llee ka si ergu ummata Waaqa dhuga'aa hin amannee harkaa'llee si ni fayyisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra ani itti si ergaaru kolbaa Israa'eliitii fi worra Yihudoota hin te'in irraa si fayyisa.