Acts 26:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Maarre mooticha Agriipha'a, ani mudhii ol-gubba'aatiif ajajamuu hin didanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, ee hayyu Agripa, anini daayya gubba suni ch'aqasu indinne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Tanaaf, ee hayyuu Agriphaa, anin daayyaa gubbaa sun caqasuu hindinne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootii Agriiphaa'a! ani waan manaaba sami'ii natti mudhate kana hin dinne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Mootii Agriiphaa, ani waan manaaba sami'ii natti mudhate kana ani hin dinne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf yaa Nugusa Agriiphaa! Muldhata samii naa kennameef, didaa hin taane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre mooticha Agriipha'a, ani mudhii ol-gubba'aatiif ajajamuu hin didanne.