Acts 26:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Mooticha Agriipha'a! Waan Yihudooti ana himatane duudii akka falmadhu adha si duratti dhikaatuu kiyyaan guddoo gammada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ingammada, ee hayyu Agripa waan guyya kana si durati ufii dubbad'uufi; maro waan Yahudiini naani himate ch'ufatiifi. Anini guddo gammada,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ee hayyuu Agriiphaa, anin ardha waan fuula kankee duraatti, waan Yihudiin na himattu cufaa falimadhuufii, akka kaayootti herregadha;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootii Agriiphaa'a! sirna Yihuudotaa wol mormii maraa sirri'itti waan beettuuf waan Yihuudota afo'otti himatameef maraa afoo keetitti waan deebii kennuuf akka nama eebbifameetitti uf laala. Kanaaf obsaan akka na dhageettu si kadhadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Mootii Agriiphaa'a! sirna Yihuudotaa wol mormii maraa sirri'itti waan beettuuf waan Yihuudota afo'otti himatameef maraa afoo keetitti waan deebii kennuuf akka nama eebbifameetitti uf laala. Kanaaf obsaan akka na dhageettu si kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa nugusa Agriiphaa! Waan Yihudonni ittiin ana himatan maraanuu adha si duranatti, deebii kiyya ka ittisaa yoo kennu haalaan ana gammachiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mooticha Agriipha'a! Waan Yihudooti na himatane duudii akka falmadhu adha si duratti dhikaatuu kiyyaan guddoo gammada.