Acts 26:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti tanaaf Galma Waaqaa keessatti ana qabanee, ijjeesiisaaf wodhaanane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Yahudiini Mana Waaqa keesati na qabde na ijeesu feete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif Yihudiin Mana Waaqaa keessatti na qabdee na ijjeesuu feete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Yihuudonni mana woyyuu keessatti qabanii na ajjeesu'uuf yaalii godhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu Yihuudonni mana woyyuu keessatti qabanii na ajjeessu'uuf yaalii godhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaan Yihudonni Mana Waaqeffana'aa uduu jiru ana qabanii, ana ajjeesuuf ni yaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti tanaaf Galma Waaqaa keessatti na qabanee, ijjeesiisaaf wodhaanane.