Acts 26:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haga guyyaa adhaatitti Waaqi ana qarqaaree, anille as dhaabbadhee, diqqa'aa fi guddaa duudi'iif dhugaa bayiisatti jira. Ani waanuma raagotii fi Muuseen hin te'a jedhane malee, waan tokkolle hin dubbanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarqaarsa Waaqa argannaani anini arra nama diqaafi gudda duraleti d'ugeesu jira, waan raagafi Musani, Intaati jed'ani male, anini waan d'ibi ind'ugeesu:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qarqaarsa Waaqaa argannaan anin ardha nama diqaa fi guddaa duraalleetti dhugeessuu jira. Waan raagotaa fi Muuseen, intaati jedhan malee, anin waan dhibii hindhugeessu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin biraa gargaarsa argadhee diqqa'aa fi gudda'aa raga'aa haga guyyaa adhaa dhaabadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiin biraa gargaarsa argadhee diqqa'aa fi gudda'aa raga'aa haga guyyaa adhaa dhaabadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haga guyyaa adhaa titti garggaarssi Waaqaa ana irraa hin fooyaminne, kanaaf diqqa'aa fi gudda'a'llee ragaa baya'aa asi ni dhaabadha, Nabiyyoonnii fi Museen durssanii akkana ni ta'a ka jedhan dubbachu'uun alatti, ka bira'aa womaayyuu hin dubbanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga guyyaa adhaatitti Waaqi na qarqaaree, anille as dhaabbadhee, diqqa'aa fi guddaa duudi'iif dhugaa bayiisatti jira. Ani waanuma raagotii fi Muuseen hin te'a jedhane malee, waan tokkolle hin dubbanne.