Acts 26:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, ‘Masiihiin rakkatuu qaba; du'aa ka'iisaan ka jalqabaa te'ee, ifa fayyinnaa kolbaa Israa'eliitii fi worra Yihudoota hin te'iniif hin mudhisa’ jedhane, jedhee dhugaa isaaniif baye” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka Kristoni gaargale nama qara ka duisa keesaa kau tahe, ifsa biyyaafi nama gosa d'ibileti odeesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Kiristoon gaargalee nama qaraa ka du'a keessaa ka'u ta'ee, ibsee isaa warra israa'elitii fi warra gosa dhibii ka hindhugeeffatinilleetti odeessu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonninii fi Muuseen waan ta'u'uuf ta'u, ‹Kiristoosiin irra akka rakkinni gayu, du'aa ka'uun worra du'anii banii isaatiif ifa worra Yihuudii hin taaneef› jedhanii ka hennaa durii isaan himan san malee waan biraa wonti ani dubbadhe tokkollee hin jiru» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raattoninii fi Muuseen waan ta'uuf ta'u, ‹Kiristoosiin irra rakkinni akka gayu du'aa ka'iitii du'ootaa banii isaatiif ifa› worra Yihuudii hin taaneef jedhanii ka hennaa durii isaan himan san malee waan biraa wonti ani dubbadhe tokkollee hin jiru» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan ka dubbatan, ‹Masihichi rakkina ni fudhata, du'aa ka'uun'llee ka jalqabaa ta'ee ifa fayyinnaa ummata Israa'eeliitii fi ummata Waaqa dhugaa titti hin amanneef ni ibisa› jedhaniiti.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, ‹Masiihiin rakkatuu qaba; du'aa ka'iisaan ka jalqabaa te'ee, ifa fayyinnaa kolbaa Israa'eliitii fi worra Yihudoota hin te'iniif hin mudhisa› jedhane, jedhee dhugaa isaaniif baye» jedhe.