Acts 26:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos deebisee, “Kabajamaa Fesxoos! Ani maraata'aa moti! Dubbii dhuga'aa qalbi'iin dubbatiisatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Pauloni waan jed'e, Anini imaraanne, ee Festo gudda, ammo anini dubbi d'uga ch'alla dubbachuu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos ammoo deebisee, “Anin hinmaraanne, ee Fesxoos guddaa! Anin dubbii dhugaa calaa dubbachuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos ammo akkana jedhee deebiseef, «Kabajjamaa Fiisxoos! Ani qalbii qaba; waan dhuga'aa dubbadha malee hin maraanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos ammoo akkana jedhe, «Kabajjamaa Fiisxoos! Ani qalbii qaba waan dhuga'aa dubbadha malee hin maraanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos garuu akkana jechuun ni deebise, «Yaa haalaan kabajamaa ka taate Fesxoos! Waan dhugaallessaa fi sirrii ta'e dubbadha malee, hin maraanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos deebisee, «Kabajamaa Fesxoos! Ani maraata'aa moti! Dubbii dhuga'aa qalbi'iin dubbatiisatti jira.