Acts 26:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mooticha Agriipha'a! Ati raagotatti hin dhugeeffattaa motii? Akka ati dhugeeffattu aninuu hin beeka” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Agripa, atini ya raaga d'ugefatteyu? Anini imbeekha, aka atini d'ugefatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyuu Agriphaa, atin raagotaatti dhugeeffattaa? Anin akka atin dhugeeffatte inbeeka” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii Agriiphaa'a! Raattota hin amantaa? Akka amantu hin beeka» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootii Agriiphaa! Raattota hin amantaa? Akka amantu hin beeka» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa nugusa Agriiphaa! Nabiyyootatti ni amanittaa mitii? Akka amanittu ni beeka!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mooticha Agriipha'a! Ati raagotatti hin dhugeeffattaa motii? Akka ati dhugeeffattu aninuu hin beeka» jedhe.