Acts 26:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Agriiphaan deebisee, Phawuloosiin, “Yennaa gabaadduu tana keessatti kiristaana waan na gootu seetaa?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Agripani waan Pauloni jed'e, Atini dubbi diqo tanaani waan Kristiana na tolchitu seeta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Agriphaan Phaawulosiin, “Atin haga diqqaa kanaatti Kiristaana na tolchitu feetaa?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Agriiphaan Phaawuloosiin, «Akkuma salpha'atti Kiristaana na taasisuu barbaaddaa?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Agriiphaanillee Phaawuloosiin, «Akkuma salpha'atti Kiristaana na taasisuu barbaaddaa?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Agriiphaan'llee Phaawulosiin, akkana ni jedheen, «Ati yeroma gabaabaa kana keessatti Kristaana ana taasisu'uufii bee!» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Agriiphaan deebisee, Phawuloosiin, «Yennaa gabaadduu tana keessatti kiristaana waan na gootu seetaa?» jedheen.