Acts 26:3 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Keessumattuu aada'aa fi moromaa Yihudootaa duudii midhaassitee beetta. Tanaaf ossataan akka anaaf dhageettu si kadhadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan atini aadafi gaafacha Yahudi ch'ufa guddo beetuufi. Tanaafi anini si kad'ad'a, aka atini obsite na ch'aqaftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Keessumatti waan atin aadaa fi gaafii Yihudii cufaa guddoo beetuuf. Tanaaf anin akka atin obsitee na caqaftu si kadhadha.”
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Keessummaanuu ati naamusa Yihudotaa Kristosiitiif mormmii maraa midhaastee waan beekituuf, kanaaf obissaan akka ana dhageeffattuuf si ni kadhadha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Keessumattuu aada'aa fi moromaa Yihudootaa duudii miidhassitee beetta. Tanaaf ossataan akka naaf dhageettu si kadhadha.