Acts 26:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
yennaa achii deemanu, “Namichi kun du'a yookiin hidhaa waan isatti mursiisu tokkolle hujee hin jiru” woliin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi worri kakae, woliini hasaani waan jed'ani, Namichi kunini waan duisatiifi ka hid'aniifi tokole intolchine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii achii kakka'anii yaa'an, “Namichii kunin waan du'a fi hidhaansaan itti muran tokkoollee hinhojjanne” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni kun waan isa ajjeesisu dhiisa'aa waan isa hiisisuu tokkollee hin goone» jedha'aa woliin qaaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Namni kun waan isa ajjeesisu dhiisa'aa waan isa hiisisuu tokkollee hin goone» jedha'aa woliin qaaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achii'llee bayanii yoo deeman, «Naminni kun du'aaf yookiin hidhaanaaf waan isa gayu, woma tokkoo hin taasfnne» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa achii deemanu, «Namichi kun du'a yookiin hidhaa waan isatti mursiisu tokkolle hujee hin jiru» woliin jedhane.