Acts 26:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ijoollummaa tiyyaan jalqabee, biyya tiyya keessaa fi Yerusaalemille'etti attam akka le'e Yihudooti duudiin hin beekan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada tiyya, haga kaimooma kiyya, ka qara anini jiddu gosa tiyya keesa Yerusalemu tae, Yahudiini ch'ufti imbeeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ijoolumaa tiyyaa, jalaqabee gosa tiyya keessatti, Yerusaalemiilee keessatti, akkami akka anin taa'ee, Yihudiin cuftii inbeetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duruma irraa jalqabee banii kiyya jiddu'utti waan Yerusaalemitti ta'e, «Daa'imummaa kiyya irraa jalqabee jireenna jiraadhe Yihuudonni maruu hin beekan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Duruma irraa jalqabee, banii kiyya jiddu'utti waan Yerusaalemitti ta'e, «Daa'imummaa kiyya irraa jalqabee jireenna jiraadhe Yihuudonni maruu hin beekan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ijoollummaa kiyyaa kaasee attamitti akka jiraadhe ni beekan, jalqabumaa kaasee ummata kiyya jiddu'uu fi Yerusaalemitti'llee jireenna kiyya ka jiraadhe ni beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ijoollummaa tiyyaan jalqabee, biyya tiyya keessaa fi Yerusaalemille'etti attam akka le'e Yihudooti duudiin hin beekan.