Acts 26:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo, waadaa Waaqi abbootii teennaaf gale, waan addadheef ani asitti himatamiisatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma arma eje aka dubbi tiyya qorani maro anini kakhu Waaqi ababoota teennati kakhate abdad'uufi
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin marroo kakuu Waaqii ababoota teennaatti kakate abdadhuuf, amma akka dubbii tiyya qoraniif arma ejja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Rabbiin biraa waan dubbii abdi'ii ka abboota teennaa kennameetiif falmatu'uuf dhaabadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee Rabbiin biraa waan dubbii abdi'ii ka abboota keennaa kennameetiif falmatu'uuf dhaabadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu murti'iif asi ka dhaabadhe, waayee dubbii waadaa abddii, ka Waaqinni abbootii keennaaf kenneetiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, waadaa Waaqi abbootii teennaaf gale, waan addadheef ani asitti himatamiisatti jira.