Acts 26:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waadaan sun, ta gosi teenna kudhanii fi lama akka dhaggattuuf addattee, halkanii fi guyyaa Waaqaaf tajaajilte. Mooticha Agriipha'a! Sababa addii tanaatiif, Yihudooti amma ana himatiisatti jiran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kakhu suni gochiti teenna kud'ani lamaanu aka argatani abdatti, ato halkani guyya Waaqa kad'atanu. Maro abdi tanaatiifi, ee hayyicha, Yahudiini na himatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kakuu sun gochitii teenna kudhanii lamaanuu, akka adoo halkanii guyyaa Waaqaa kadhattanuu argatan abdatti. Mar. roo abdii tanaatiif, ee hayyicha, Yihudiin na himatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara dubbii abdi qabeessa kanaa worri keenna kudha lamman halkanii fi guyyaa jabaatanii waaqeffata'aa akka bira gayaniif hedannoo qaban; mootii Agriiphaa'a! ani waan hedannoo kanaatiif Yihuudotaan himatame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara dubbii abdi qabeessa kanaa worri kenna kudha lamman, halkanii fi guyyaa jabaatanii kaddaama'aa akka bira gayaniif heddannoo qaban; mootii Agriiphaa, ani waan hedannoo kanaatiif Yihuudotaan himatame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara abddii kanaa gayuuf gosoonni keenna kudha lamaan, Waaqa halkanii fi guyyaa waaqeffataa ni eeggataniin ture, Yaa Nugusa! Ani'llee Yihudotaan ka ittiin himatameef, waayee abddii kanaatiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waadaan sun, ta gosi teenna kudhanii fi lama akka dhaggattuuf addattee, halkanii fi guyyaa Waaqaaf tajaajilte. Mooticha Agriipha'a! Sababa addii tanaatiif, Yihudooti amma na himatiisatti jiran.