Acts 26:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi worra du'e akka kaasuu, maaf mantan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isii, isani Yahudi, aka Waaqi nama due kaasu maafi ind'ugefanne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isii isaniin Yihudii tokkoolleen akka Waaqii nama du'e kaasu maaf hindhugeefanne?”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra du'an akka kaasu maaf isin biratti waan hin amanamne ta'ee laakkayama?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi worra du'an akka kaasu, isin biratti maaf waan hin amanamne ta'ee laakkawama?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni du'oota ka kaasu ta'uun isaa, waayee maaliif isin biratti ka hin amanaminne ta'e?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi worra du'e akka kaasuu, maaf mantan?