Acts 26:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Aninuu karaa dande'e maraan, maqaa Yesuusii Naaziretii kanaan mormuu qaba jedhee, yaadadheeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini herega kiyya keesa, aka maqa Yeso Nazareti balleesu guddo wolaaneeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Aniiyyuu herrega kiyya keessa, akka maqaa Yesus Naazireet balleessu guddoo wal haaneen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Anuu maqaa Yesuusii nama Naazireetii kana mormuun kiyya, waan guddaa godhuu na barbaachisu woyii waan godhe natti fakkaata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Anuu maqaa Yesuusii nama Naazireetii kana mormuun kiyya, waan guddaa godhuu na barbaachisu woyii waan godhe natti fakkaata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ani mataan kiyyaa maqaa Yesusii Naazireetii, waan haga dandda'eetiin mormmuu qaba jedhee, ni yaada ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Aninuu karaa dande'e maraan, maqaa Yesuusii Naaziretii kanaan mormuu qaba jedhee, yaadadheeraayyu.