Acts 27:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajaan dhibbaa ammoo, gorsa Phawuloosii caalaa, waan abbaan hobolo'ootii fi ka hoboloo oofu jedhane dhugeeffate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo guddaani askarti waan Pauloni jed'eeni dide, waan gudda hobolotiifi abbaani hobolo jed'eeni gula deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo guddaan warra waraanaa waan Phaawulos jedheen dideetti, waan guddaa hobolootii fi abbaan hoboloo jedheen gula deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan loltuu dhibbaa ammo ka Phaawuloos dubbate caalaa ka markaba oofuu fi abbaa markabaa amana ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajajaan loltuu dhibbaa ammoo ka Phaawuloos dubbate caalaa ka markaba oofuuf abbaa markabaa amana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajaan dhibbaa garuu gorssa Phaawulosii irra ajajaan dooni'iitii fi abbaan dooni'iitii waan jedhan ni dhagaya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan dhibbaa ammoo, gorsa Phawuloosii caalaa, waan abbaan hobolo'ootii fi ka hoboloo oofu jedhane dhugeeffate.