Acts 27:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addeen bufata hobolo'oo sun, yennaa gannaa achi turiisaaf ta hin tolle waan teeteef, isaan keessa garri caalaan, achii ka'anee, yoo isaanii dande'ame Finiiqe'etti galanee, ganna achitti bayiisaaf murteeffatane. Finiiqeen addee buufata hobolo'oo, oddoola Qareexisii irraa gara kaaba dhi'aatii fi kibba dhi'aa jirti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro fullaani dansaani ta boqotani injirreefi, nami hedduuni achi yau fed'e, aka yo dandaani Foinike gahani, haga ch'aamsa achi taani. Foinikeni lafa Krete keesa jirti, ta gama galchu moga bitatiifi moga mirgale ilaaltu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo fulaan dansaan boqotan hinjirreef, namii hedduun achii yaa'u fedhe, akka yo dandaan Finiiqee dhaqabanii, haga caamsaa achi taan. Finiiiqeen lafa Qareexis keessa jirti, ta gama ila galchuu moggaa bitaatii fi moggaa mirgaalee laaltu. Waan bubbee hamtuu
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buufata san irra turuun waan isaanii hin tolleef garri caalaan yoo isaanii danda'ame dhiya irraa kibba dhiyaatii fi kaaba dhiyaatitti gara galanii gara kolba Finiqee jedhamtuutiin gara buufata Qarxeesii gayanii achi turanii achii ka'u'uuf mari'atan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Buufata san irra turuun waan isaanii hin tolleef garri caalaan yoo isaanii danda'ame dhiya irraa mirgaa fi bita'atti gara galanii gara kolba finiqee jedhamtuutiin gara buufata qarxeesii gayanii achi turanii achii ka'u'uuf mari'atan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eddoolaa san ji'a gannaa irratti dabarsu'uuf mijaayaa waan hin turniif namoonni baay'een, «Adeemssa isaanii itti fufanii ka dandda'amu yoo ta'e, gara balbala dhiyaa fi kibba dhiyaa jiran, gara Finiqee jedhamu, eddoolaa qerxees geennee ji'a gannaa achitti ni dabarsina» jedhanii, yaada ni dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen buufata hobolo'oo sun, yennaa gannaa achi turiisaaf ta hin tolle waan teeteef, isaan keessa garri caalaan, achii ka'anee, yoo isaanii dande'ame Finiiqe'etti galanee, ganna achitti bayiisaaf murteeffatane. Finiiqeen addee buufata hobolo'oo, oddoola Qareexisii irraa gara kaaba dhi'aatii fi kibba dhi'aa jirti.