Acts 27:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Oddoola diqqayyicha Kaawudaa jedhamu tokko gollaa godhannee yennaa deenne, rakkoo guddo'oon hoboloo, hoboloo guddittii teennatti hidhantee harkifantu san, qilleensa irraa buufatiisa dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa diqo toko, ta jiddu galaana jirtu toko, ta Kauda jed'ani, bira baane diqo toko goomita arganne. Achiti gaargalaani hobolo teenna ta ira diqo qabsiimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lafa diqqoo Kaawudaa jedhan takka, ta jidduu galaanaa jirtuun rophannee, gaargala guddaan hoboloo teenna ta irra diqoo ta markabaa guddaatti hidhamte hirksaa baanee, achiitti diqqoo goomittaa arganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee bisaaniin marfamte ta Qeedaa jedhamtutti daadayannee markabattii hunnaan tooyanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee bisaaniin marfamte ta Qeedaa jedhamtutti daadayannee markabattii hunnaan tooyanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eddoolaa Qeedaa jedhamttu dawannaa taasfnnee yeroo deemnnutti rakkinna ol aana'aan hoboloo dooni'ii qabnnee, toowanna jala oolffachu'uuf ni dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oddoola diqqayyicha Kaawudaa jedhamu tokko gollaa godhannee yennaa deenne, rakkoo guddo'oon hoboloo, hoboloo guddittii teennatti hidhantee harkifantu san, qilleensa irraa buufatiisa dandeenne.