Acts 27:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bubbeen nutti jaabaataa waan deenteef, boruyyaa fe'iisa hoboloo guddittii keessa jiru, gara abbaayaa gudditti'ii darbuu jalqabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro d'awani baariini nu d'owiteefi, boriyya ulfinna hoboloo iraa jissani sablisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo dhawaan qillensaa jabduun ittuma idaamaa dhuftee nu dhowiteef, boriyaa ulfinna hoboloo irraa jissanii sablisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bubbeenillee jabaatee nu dhiphifnaan bariisaa lamu'uu fe'aa irraa gara galaanaa darban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bubbeenillee jabaatee nu dhiphifnaan bariisaa lamu'uu fe'aa irraa gara galaanaa darban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bubbeen honbololattiin nutti cima'aa waan deemeef, guyyaa itti aanutti meeshaa doonii irratti fe'aman keessaa, tokko tokko gara garba ciisa'aa titti darbbuu jala ni qabnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bubbeen nutti jabaataa waan deenteef, boruyyaa fe'iisa hoboloo guddittii keessa jiru, gara abbaaya'aa darbuu jalqabane.