Acts 27:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa sadeesso'oo, harkuma ifiitiin meya hoboloo gudditti'ii abbaayaa gudditti'itti gatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya sadeeso harkuma ufitiini miha hobolo ch'ufa gadigatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa sadeessoo harkuma ufitiin mi'a hoboloo cufa galaanaatti gadi gaggatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo meeshaa markaba keessaa harka keennaan daddarbine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa sadaffa'aa meeshaa markaba keessaa harka keennaan daddarbine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa sadaffaa titti'llee, meeshaawwan dooni'iif tajaajilan harkuma isaaniitiin darba'aa ni gatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo, harkuma ifiitiin meya hoboloo gudditti'ii abbaayaa gudditti'itti gatane.