Acts 27:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo, jabaadha'a! Sababille hoboloo guddittii malee, isin keessaa lubuun nama tokkolle hin baddu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan anini isaniini jed'u, Garaa jabaad'a! Nami tokoleeni induu, ammo hobolooni imbaddi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammoo, garaa jabaadhaa! Hoboloo malee isan keessaa namii tokkoolleen hinbaduu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee jabaadhaa'a jedhee isin gorsa. Markaba kana malee isin keessaa lubbuun tokkollee hin baddu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee jabaadhaa'a jedhee isin gorsa. Markaba kana malee isin keessaa lubbuun tokkollee hin baddu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma'llee doonii qofatu miidhama malee, isin keessaa eennuun irra'llee badiin hin gayu, kanaaf jabaadhaa, hin sodaatinaa, jedhee isin ni gorssa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, jabaadha'a! Sababille hoboloo guddittii malee, isin keessaa lubbuun nama tokkolle hin baddu.